Luqaas 5:30 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo30 Yommus Fariisonnii fi barsiisonni seeraa bartoota Yesus irratti guungumanii, ?Warra qaraxxuudhaa fi warra akka seeraatti hin jiraannee wajjin maaliif nyaattu? Maaliif dhugdus?? jedhanii gaafatan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa30 Fariisonnii fi Barsiistonni seeraa kanneen garee isaanii taʼan garuu, “Isin maaliif qaraxxootaa fi cubbamoota wajjin nyaattanii dhugdu?” jedhanii barattoota isaatti guunguman. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ30 ፈሪሶትኒፊ በርሲስቶትን ሴራ ከኔን ገሬሳኒ ተአን ገሩ፣ “እስን ማሊፍ ቀረጦታፊ ጩበሞተ ወጅን ኛተኒ ዹግዱ?” ጄዸኒ በረቶተሳት ጉንጉመን። Sien die hoofstuk |