Luqaas 5:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Ergasii Lewwiin Yesusin simachuudhaaf mana isaatti cidha guddaa qopheesse; qaraxoonnii fi namoonni biraa baay'atanii isaanii wajjin maaddiitti taa'anii turan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Lewwiinis mana isaatti cidha guddaa Yesuusiif qopheesse; qaraxxoonnii fi namoonni kaan baayʼeenis isaan wajjin nyaachaa turan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 ሌዊንስ መነሳት ጭዸ ጉዳ ዬሱሲፍ ቆጴሴ፤ ቀረጦትኒፊ ነሞትን ካን ባይኤንስ እሳን ወጅን ኛቻ ቱረን። Sien die hoofstuk |