Luqaas 5:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Yommus hundumti isaanii abjuu ta'anii, Waaqayyoof hooqubaa dhi'eessan; naasuunis isaan qabate, ?Har'a dinqii takkaa hin ta'in argine? jedhan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Hundi isaaniis dinqifatanii Waaqa jajan. Sodaadhaanis guutamanii, “Nu harʼa waan takkumaa hin taʼin argine” jedhan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ሁንድሳኒስ ድንቅፈተኒ ዋቀ ጀጀን። ሶዳዻንስ ጉተመኒ፣ “ኑ ሀርአ ዋን ተኩማ ህንተእን አርግኔ” ጄዸን። Sien die hoofstuk |