Luqaas 5:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Si'uma sana utuma isaan ilaalanii, ka'ee siree irra ciisaa tures fudhatee, Waaqayyoof hooqubaa dhi'eessaa mana isaatti gale. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Innis yeruma sana kaʼee fuula isaanii dura dhaabate; waan irra ciisaa tures fudhatee Waaqa jajachaa mana ofii isaatti qajeele. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 እንስ ዬሩመ ሰነ ከኤ ፉለሳኒ ዱረ ዻበቴ፤ ዋን እረ ጪሳ ቱሬስ ፉዸቴ ዋቀ ጀጀቻ መነ ኦፊሳት ቀጄሌ። Sien die hoofstuk |