Luqaas 5:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Yesus yaada isaanii yommuu hubate, gaaffii isaan gaafate; ?Maaliif kana garaa keessanitti yaaddu*? Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Yesuusis waan isaan yaadaa turan beekee akkana jedhee gaafate; “Isin maaliif garaa keessan keessatti waan kana yaaddu? Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ዬሱስስ ዋን እሳን ያዳ ቱረን ቤኬ አከነ ጄዼ ጋፈቴ፤ “እስን ማሊፍ ገራኬሰን ኬሰት ዋን ከነ ያዱ? Sien die hoofstuk |