Luqaas 5:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Barsiisonni seeraatii fi Fariisonni, ?Eenyu namichi Waaqayyoon arrabsu kun? Waaqayyo duwwaa malee eenyutu cubbuu namaaf dhiisuu danda'a?? jedhanii guungumuu jalqaban*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Fariisonnii fi barsiistonni seeraas, “Namichi Waaqa arrabsu kun eenyu? Waaqa tokkicha malee eenyutu cubbuu namaaf dhiisuu dandaʼa?” jedhanii garaa isaaniitti yaaduu jalqaban. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 ፈሪሶትኒፊ በርሲስቶትን ሴራስ፣ “ነምች ዋቀ አረብሱ ኩን ኤኙ? ዋቀ ቶክቸ መሌ ኤኙቱ ጩቡ ነማፍ ዺሱ ደንደአ?” ጄዸኒ ገራሳኒት ያዱ ጀልቀበን። Sien die hoofstuk |