Luqaas 5:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Gaaf tokko Yesus in barsiisa ture. Fariisonnii fi barsiisonni seeraas gandeen kutaa biyya Galiilaatii fi Yihudaatii, mandara Yerusaalemiis dhufanii, achi in taa'u turan. Humni Waaqayyoo gooftaa inni fayyisus Yesusii wajjin ture. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Gaaf tokko Yesuus utuu barsiisaa jiruu, Fariisonnii fi barsiistonni seeraa warri gandoota Galiilaatii fi Yihuudaa hunda keessaa akkasumas Yerusaalemii dhufan achi tataaʼaa turan. Akka inni dhukkubsattoota fayyisuufis humni Gooftaa isa wajjin ture. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ጋፍ ቶኮ ዬሱስ ኡቱ በርሲሳ ጅሩ፣ ፈሪሶትኒፊ በርሲስቶትን ሴራ ወር ገንዶተ ገሊላቲፊ ይሁዳ ሁንደ ኬሳ አከሱመስ ዬሩሳሌሚ ዹፈን አች ተታኣ ቱረን። አከ እን ዹኩብሰቶተ ፈይሱፍስ ሁምን ጎፍታ እሰ ወጅን ቱሬ። Sien die hoofstuk |