Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 5:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Yesus immoo, ?Kana homaattuu hin himin, garuu dhaqi luba of ilaalchisi, akka Museen abboomettis fayyuun kee hundumaattuu haa mul'atuuf qullaa'uu keetiif kennaa kee dhi'eessi!? jedhee isa abboome*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Yesuusis, “Nama tokkotti illee hin himin; garuu dhaqiitii akka isaaniif ragaa taʼuuf lubatti of argisiisi; qulqullaaʼuu keetiifis aarsaawwan Museen ajaje sana dhiʼeessi” jedhee isa ajaje.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ዬሱስስ፣ “ነመ ቶኮትሌ ህንህምን፤ ገሩ ዸቂቲ አከ እሳኒፍ ረጋ ተኡፍ ሉበት ኦፍ አርግሲስ፤ ቁልቁላኡኬቲፍስ ኣርሳወን ሙሴን አጀጄ ሰነ ዽኤስ” ጄዼ እሰ አጀጄ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 5:14

Volg ons:

Advertensies


Advertensies