Luqaas 5:12 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Yesus mandara tokkotti argame. Namichi dhagni isaa guutuun lamxaa'e tokkos achi ture; inni Yesusin yommuu arge, adda isaatiin lafa dha'ee, ?Yaa gooftaa fedha kee yoo ta'e na qulleessuu in dandeessa? jedhee isa kadhate. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Utuu Yesuus magaalaawwan sana keessaa isa tokko keessa jiruu namichi dhagni isaa guutuun lamxaaʼe tokko gara isaa dhufe. Innis yommuu Yesuusin argetti adda isaatiin lafatti gombifamee, “Yaa Gooftaa, yoo fedhii kee taʼe, ati na qulqulleessuu ni dandeessa” jedhee isa kadhate. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ኡቱ ዬሱስ መጋላወን ሰነ ኬሳ እሰ ቶኮ ኬሰ ጅሩ ነምች ዸግንሳ ጉቱን ለምጣኤ ቶኮ ገረሳ ዹፌ። እንስ ዮሙ ዬሱስን አርጌት አደሳቲን ለፈት ጎምብፈሜ፣ “ያ ጎፍታ፣ ዮ ፌዺኬ ተኤ፣ አት ነ ቁልቁሌሱ ንደንዴሰ” ጄዼ እሰ ከዸቴ። Sien die hoofstuk |