Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 5:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Yaaqoobii fi Yohannis, ilmaan Zabdewos warri hojiidhaan hiriyoota Simoon turan, dubbii kana akkuma warra kaanii raajeffatan. Yesus yommus Simooniin, ?Hin sodaatin, si'achi immoo nama kan walitti qabdu in taata? jedhe.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 ilmaan Zabdewoos warri michoota Simoon turan jechuunis Yaaqoobii fi Yohannis akkasuma dinqisiifatan. Yesuusis Simʼooniin, “Hin sodaatin; ati ammaa jalqabdee qabduu namootaa ni taataa” jedhe.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 እልማን ዘብዴዎስ ወር ምቾተ ስሞን ቱረን ጄቹንስ ያቆቢፊ ዮሀንስ አከሱመ ድንቅሲፈተን። ዬሱስስ ስምኦኒን፣ “ህንሶዳትን፤ አት አማ ጀልቀብዴ ቀብዱ ነሞታ ንታታ” ጄዼ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 5:10

Volg ons:

Advertensies


Advertensies