Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 5:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

1 Gaaf tokko Yesus bishaan ciisaa Genesaarex jedhamu bukkee in dhaabata ture; namoonni baay'een immoo dubbii Waaqayyoo isa irraa dhaga'uudhaaf wal dhiibuudhaan isatti bu'an.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

1 Gaaf tokko Yesuus utuu Haroo Geensereex bira dhaabatee jiruu, utuu namoonnis isatti naannaʼanii dubbii Waaqaa dhagaʼaa jiranuu,

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

1 ጋፍ ቶኮ ዬሱስ ኡቱ ሀሮ ጌንሴሬጥ ብረ ዻበቴ ጅሩ፣ ኡቱ ነሞትንስ እሰት ናነአኒ ዱቢ ዋቃ ዸገኣ ጅረኑ፣

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 5:1

Volg ons:

Advertensies


Advertensies