Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 4:6 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

6 Achumaan immoo, ?Kana hundumaa irratti aboo siif nan kenna, ulfina isaaniis siif nan dabala, isaan kun hundinuu anatti dabarfamaniiru; anis immoo abbaa ani jaalladheef nan kenna*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

6 Akkanas jedheen; “Ani taayitaa isaaniitii fi ulfina isaanii hundumaa siifin kenna; taayitaa fi ulfinni kun waan naa kennameef ani abbaa kennuufii barbaadeef kennuu nan dandaʼa.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

6 አከነስ ጄዼን፤ “አን ታይታሳኒቲፊ ኡልፍነሳኒ ሁንዱማ ሲፍን ኬነ፤ ታይታፊ ኡልፍን ኩን ዋን ናፍ ኬነሜፍ አን አባን ኬኑፊ በርባዴፍ ኬኑ ነንደንደአ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 4:6

Volg ons:

Advertensies


Advertensies