Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 4:42 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

42 Yommuu bari'es achii adeemee gara iddoo namni hin jirree dhaqe; tuuti jaraa garuu isa in barbaadu turan. Yeroo isa argatan immoo, deebi'ee isaan dhiisee akka hin adeemne gochuudhaaf yaalaa turan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

42 Yommuu bariʼettis Yesuus achii baʼee, iddoo namni hin jirre tokko dhaqe. Namoonnis isa barbaadaa turan; yommuu gara isaa dhufanittis akka inni isaan dhiisee hin deemneef isa dhowwuu yaalan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

42 ዮሙ በሪቴትስ ዬሱስ አቺ በኤ፣ እዶ ነምን ህንጅሬ ቶኮ ዸቄ። ነሞትንስ እሰ በርባዳ ቱረን፤ ዮሙ ገረሳ ዹፈንትስ አከ እን እሳን ዺሴ ህንዴምኔፍ እሰ ዾዉ ያለን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 4:42

Volg ons:

Advertensies


Advertensies