Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 4:41 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

41 Yommus hafuuronni hamoonni Kristos akka inni ta'e beeku waan turaniif, iyyanii, ?Ati ilma Waaqayyoo ti? isaan jechaa, namoota baay'ee keessaa in ba'u turan; inni garuu isaan in ifata, kana dubbachuus isaan in dhowwa ture*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

41 Akkasumas hafuuronni hamoon iyyanii, “Ati Ilma Waaqaa ti!” jedhanii namoota baayʼee keessaa baʼan. Inni garuu sababii isaan akka inni Kiristoos taʼe beekaniif isaan ifate; akka isaan dubbatanis hin eeyyamneef.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

41 አከሱመስ ሀፉሮትን ሀሞን እየኒ፣ “አት እልመ ዋቃት!” ጄዸኒ ነሞተ ባይኤ ኬሳ በአን። እን ገሩ ሰበቢ እሳን አከ እን ክርስቶስ ተኤ ቤከኒፍ እሳን እፈቴ፤ አከ እሳን ዱበተንስ ህንኤየምኔፍ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 4:41

Volg ons:

Advertensies


Advertensies