Luqaas 4:38 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo38 Yesus mana sagadaatii ba'ee, mana Simoonitti ol gale; amaatiin Simoon dhukkuba dhagna-gubaa jabaadhaan qabamtee waan ciiftuuf, akka ishee fayyisuuf itti himaniif. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa38 Yesuus mana sagadaatii baʼee mana Simoon dhaqe. Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaa hamaadhaan qabamtee dhiphachaa turte; isaanis akka Yesuus ishee gargaaru isa kadhatan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ38 ዬሱስ መነ ሰገዳቲ በኤ መነ ስሞን ዸቄ። ሃት ኒቲ ስሞንስ ዹኩበ ዸግነ ጉባ ሀማዻን ቀበምቴ ዽጰቻ ቱርቴ፤ እሳንስ አከ ዬሱስ እሼ ገርጋሩ እሰ ከዸተን። Sien die hoofstuk |