Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 4:36 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

36 Kana irratti isaan hundinuu na'anii dinqifatanii, ?Maal dubbiin akkasii? Hafuurota hamootas aboodhaa fi humnaan abbooma; isaanis in ba'u? waliin jedhan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

36 Namoonni hundinuu dinqifatanii, “Maal barsiisni akkanaa! Inni taayitaadhaan, humnaanis hafuurota xuraaʼoo ni ajaja; isaanis ni baʼu” waliin jedhan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

36 ነሞትን ሁንድኑ ድንቅፈተኒ፣ “ማል በርሲስን አከና! እን ታይታዻን፣ ሁምናንስ ሀፉሮተ ጡራኦ ንአጀጀ፤ እሳንስ ንበኡ” ወሊን ጄዸን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 4:36

Volg ons:

Advertensies


Advertensies