Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 4:35 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

35 Yesus immoo, ?Gab jedhi, keessaas ba'i!? jedhe hafuuricha hamaa ifate. Yommus hafuurri hamaan sun namoota gidduutti namicha kuffisee, waan tokkoon illee utuu isa hin miidhin keessaa ba'e.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

35 Yesuus immoo, “Calʼisii isa keessaa baʼi!” jedhee ifate. Hafuurri hamaan sunis isaan hunda duratti namicha kuffisee utuu hin miidhin isa keessaa baʼe.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

35 ዬሱስሞ፣ “ጨልእሲ እሰ ኬሳ በእ!” ጄዼ እፈቴ። ሀፉር ሀማን ሱንስ እሳን ሁንደ ዱረት ነምቸ ኩፍሴ ኡቱ ህንሚዽን እሰ ኬሳ በኤ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 4:35

Volg ons:

Advertensies


Advertensies