Luqaas 4:33 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo33 Kunoo namni hafuura hamaadhaan qabame tokko mana sagadaa sana keessa ture; inni sagalee guddaadhaan caraanee, Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa33 Namichi hafuura hamaa xuraaʼaadhaan qabame tokko mana sagadaa keessa ture. Innis sagalee guddaadhaan iyyee akkana jedhe; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ33 ነምች ሀፉረ ሀማ ጡራኣዻን ቀበሜ ቶኮ መነ ሰገዳ ኬሰ ቱሬ። እንስ ሰገሌ ጉዳዻን እዬ አከነ ጄዼ፤ Sien die hoofstuk |