Luqaas 4:29 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo29 Kanaafis ka'anii Yesusin daddarbachaa, gara gubbee gaara mandarri isaanii irratti ijaarametti ol isa baasan; kana gochuun isaaniis fittee sana irraa ha'anii, gad isa darbachuudhaaf ture*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa29 Isaanis kaʼanii magaalaa sana keessaa gad isa baasan; gad isa darbachuuf jedhaniis ededa tulluu magaalaan isaanii irratti ijaaramteetti ol isa baasan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ29 እሳንስ ከአኒ መጋላ ሰነ ኬሳ ገድ እሰ ባሰን፤ ገድ እሰ ደርበቹፍ ጄዸኒስ ኤዴደ ቱሉ መጋላንሳኒረት እጃረምቴት ኦል እሰ ባሰን። Sien die hoofstuk |