Luqaas 4:28 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Mana sagadaa keessa kan turan hundinuu kana dubbachuu isaa yommuu dhaga'an, baay'ee isatti aaran. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 Namoonni manicha sagadaa keessa turan hundinuu yommuu waan kana dhagaʼanitti akka malee aaran. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 ነሞትን መንቸ ሰገዳ ኬሰ ቱረን ሁንድኑ ዮሙ ዋን ከነ ዸገአንት አከ መሌ ኣረን። Sien die hoofstuk |