Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 4:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

27 Akkasumas bara Elsaai raajichaatti Israa'el keessa dhukkuba lamxii kan qaban namoota baay'eetu ture; garuu Na'amaan namicha Soriyaa sana duwwaa malee, warra kaan keessaa tokko illee hin qulloofne? jedhe*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

27 Bara Elsaaʼi raajichaas namoota lamxaaʼan hedduutu Israaʼel keessa ture; garuu Naʼamaan, namicha Sooriyaa tokkicha sana malee warra kaan keessaa namni tokko iyyuu hin qulqulloofne ture.”

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

27 በረ ኤልሳእ ራጅቻስ ነሞተ ለምጣአን ሄዱቱ እስራኤል ኬሰ ቱሬ፤ ገሩ ነአማን፣ ነምቸ ሶርያ ቶክቸ ሰነ መሌ ወረ ካን ኬሳ ነምን ቶኮዩ ህንቁልቁሎፍኔ ቱሬ።”

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 4:27

Volg ons:

Advertensies


Advertensies