Luqaas 4:26 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Garuu Eliyaas gara haadha hiyyeessaa mandara Saraaphtaa, kutaa biyya Sidoon keessa jiraatutti malee, warra kaan keessaa gara tokkotti illee hin ergamne*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 Taʼus Eeliyaas gara haadha hiyyeessaa magaalaa Saraaphtaa biyya Siidoon keessa jiraattu tokkootti ergame malee haadhota hiyyeessaa sana keessaa gara tokkoo isaaniitti illee hin ergamne. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 ተኡስ ኤልያስ ገረ ሃዸ ህዬሳ ከን መጋላ ሰሬፕታ ብየ ሲዶን ኬሰ ጅራቱ ቶኮት ኤርገሜ መሌ ዱበርቶተ ሰነ ኬሳ ገረ ቶኮሳኒትሌ ህንኤርገምኔ። Sien die hoofstuk |