Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 4:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

25 Bara Eliyaas raajichaatti yommuu waggaa sadii fi ji'a ja'a bokkaan bade, biyya sana hundumaattis beelli guddaan ta'e, haadhotiin hiyyeessaa baay'een Israa'el keessa akka turan dhugaa dha*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

25 Ani dhuguman isiniin jedha; bara Eeliyaas yeroo samiin waggaa sadii fi walakkaa cufamee beelli hamaan buʼeetti haadhota hiyyeessaa baayʼeetu Israaʼel keessa ture.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

25 አን ዹጉመን እስኒን ጄዸ፤ በረ ኤልያስ ዬሮ ሰሚን ወጋ ሰዲፊ ወለካ ጩፈሜ ቤል ሀማን ቡኤት ሃዾተ ህዬሳ ባይኤቱ እስራኤል ኬሰ ቱሬ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 4:25

Volg ons:

Advertensies


Advertensies