Luqaas 4:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Inni immoo, ?Yaa abbaa qorichaa, ofii kee fayyisi, dura si irratti ilaalla, jettanii anatti mammaaktanii, akka isa Qifirnaahomitti hojjechuu kee dhageenye, akkasuma biyya abbaa keettis hojjedhu naan jechuun keessan hin oolu? ittiin jedhe*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Yesuusis, “Akka isin, ‘Yaa abbaa qorichaa, of fayyisi! Waan Qifirnaahomitti hojjechuu kee dhageenye sana as biyya keettis hojjedhu’ jettanii natti mammaaktan ani shakkii hin qabu” isaaniin jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ዬሱስስ፣ “አከ እስን፣ ‘ያ አባ ቆርቻ፣ ኦፍ ፈይስ! ዋን ቅፍርናሆምት ሆጄቹኬ ዸጌኜ ሰነ አስ ብየኬትስ ሆጄዹ’ ጄተኒ ነት መማክተን አን ሸኪ ህንቀቡ” እሳኒን ጄዼ። Sien die hoofstuk |