Luqaas 4:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Naazireet, lafa itti guddate dhufee, guyyaa Sanbataattis akkuma amala isaa mana sagadaa isaanii dhaqee, macaafa dubbisuudhaafis ka'e. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Innis Naazreeti iddoo itti guddate dhaqe; guyyaa Sanbataas akkuma amala isaa mana sagadaa seene. Kitaaba dubbisuufis kaʼee dhaabate; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 እንስ ናዝሬት እዶ እት ጉደቴ ዸቄ፤ ጉያ ሰንበታስ አኩመ አመለሳ መነ ሰገዳ ሴኔ። ክታበ ዱብሱፍስ ከኤ ዻበቴ፤ Sien die hoofstuk |