Luqaas 3:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Dachaan hundinuu haa guutamu; tulluun, gaarris hundinuu haa kuffifamu; karaan jajal'aan haa qajeelfamu, wal caalaanis wal haa qixxeeffamu. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Sululli hundi ni guutama; tulluu fi gaarri hundinuus gad deebifamu. Karaan jalʼaan ni qajeela; daandiin buʼaa baʼiinis wal qixxeeffama. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ሱሉል ሁንድ ንጉተመ፤ ቱሉፊ ጋር ሁንድኑስ ገድ ዴብፈሙ። ከራን ጀልኣን ንቀጄለ፤ ዳንዲን ቡኣ በኢንስ ወል ቅጤፈመ። Sien die hoofstuk |