Luqaas 3:23 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 Yesus hojii isaa yommuu jalqabe, dhalatee akka waggaa soddomaa ti; hidda dhaloota isaa yeroo lakkaa'anis ilma Yoseef jedhaniin; Yoseef ilma Elii*, Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Yesuus yeroo tajaajila isaa jalqabetti umuriin isaa gara waggaa soddomaa ture. Innis akka waan ilma Yoosef tureetti yaadamaa ture: ilma Eelii, Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ዬሱስ ዬሮ ተጃጅለሳ ጀልቀቤት ኡሙሪንሳ ገረ ወጋ ሶዶማ ቱሬ። እንስ አከ ዋን እልመ ዮሴፍ ቱሬት ያደማ ቱሬ፦ እልመ ኤሊ፣ Sien die hoofstuk |