Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 3:19 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

19 Yohannis Herodisiin abbaa biyyaa iyyuu balleessaa isaa itti mul'isee ifate; kunis Herodiyaas kan jedhamtu niitii obboleessa isaa Filiphos fuudhuu isaatiif, jal'ina inni raawwate hundumaatiifis ture.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

19 Heroodis bulchaan garuu yommuu sababii inni niitii obboleessa isaa Heroodiyaas fuudhee fi sababii hammina inni hojjetee ture kaan hundaatiif Yohannis isa ifate,

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

19 ሄሮድስ ቡልቻን ገሩ ዮሙ ሰበቢ እን ኒቲ ኦቦሌሰሳ ሄሮድያዳ ፉዼፊ ሰበቢ ሀምነ እን ሆጄቴ ቱሬ ካን ሁንዳቲፍ ዮሀንስ እሰ እፈቴ፣

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 3:19

Volg ons:

Advertensies


Advertensies