Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 3:16 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Yohannis waan isaan yaadan kanaaf yommuu deebii hunduma isaaniitiif kennutti, ?Ani bishaaniinan isin cuupha, garuu ana irra kan jabaatu hidhaa kophee isaatii illee hiikuudhaaf kanan hin taane dhufaa jira; inni hafuura qulqulluudhaa fi ibiddaan isin in cuupha*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Yohannis akkana jedhee isaan hundaaf deebii kenne; “Ani bishaaniin isin cuupha. Garuu kan na caalaa jabaa taʼe tokko ni dhufa; ani hidhaa kophee isaa illee hiikuun naaf hin malu. Inni Hafuura Qulqulluu fi ibiddaan isin cuupha.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ዮሀንስ አከነ ጄዼ እሳን ሁንዳፍ ዴቢ ኬኔ፤ “አን ብሻኒን እስን ጩጰ። ገሩ ከን ነ ጫላ ጀባ ተኤ ቶኮ ንዹፈ፤ አን ህዻ ኮጴሳሌ ሂኩን ናፍ ህንመሉ። እን ሀፉረ ቁልቁሉፊ እብዳን እስን ጩጰ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 3:16

Volg ons:

Advertensies


Advertensies