Luqaas 3:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Warri loltuunis, ?Nu immoo maal goonu ree?? jedhanii gaafatan; inni immoo, ?Giddisiiftanii horii nama tokko irraa illee hin fudhatinaa; sobaanis nama tokko iyyuu gara abbaa firdiitti hin geessinaa; qalabni keessan inni isin fudhattan isin haa ga'u!? jedheen. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda DhiΚΌaa14 Loltoonnis akkasuma, βNu immoo maal haa goonu ree?β jedhanii isa gaafatan. Innis, βHumnaan nama irraa maallaqa hin fudhatinaa; sobaan nama hin himatinaa; mindaan keessan isin haa gaΚΌuβ jedheen. Sien die hoofstukαα³α ααααα£ αα« α αα« αα«14 αααΆα΅αα΅ α α¨α±αα£ βαα αα αααα¬?β ααΈα α₯α° ααα°αα’ α₯αα΅α£ βαααα ααα« ααα α αααΈα΅αα€ αΆα£α αα α αα αα΅αα€ ααα³αα¬α°α α₯α΅α ααα‘β ααΌαα’ Sien die hoofstuk |