Luqaas 3:1 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Xiberiyos mootichi mo'ee waggaa kudha shanaffaatti, Phonxos Philaaxos biyya Yihudaa bulche; Herodis immoo biyya Galiilaatti, Filiphos obboleessi isaa biyya Ixuriyaa fi Xraakonixisitti, Lisaaniyaasis biyya Abiliinyaatti abboota biyyaa turan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Xibeeriyoos Qeesaar moʼee waggaa kudha shanaffaatti jechuunis yommuu Phonxoos Phiilaaxoos bulchaa Yihuudaa turetti, Heroodis bulchaa Galiilaa ture; obboleessi isaa Fiiliphoos bulchaa Ixuriyaasii fi Xiraakonitiis, Lisaaniiyaas immoo bulchaa Abileeniis turan; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ጥቤርዮስ ቄሳር ሞኤ ወጋ ኩዸ ሸነፋት ጄቹንስ ዮሙ ጶንጦስ ጲላጦስ ቡልቻ ይሁዳ ቱሬት፣ ሄሮድስ ቡልቻ ገሊላ ቱሬ፤ ኦቦሌስሳ ፊልጶስ ቡልቻ እጡርያሲፊ ጥራኮንዶስ፣ ልሳኒዮስሞ ቡልቻ አብሌኒስ ቱረን። Sien die hoofstuk |