Luqaas 2:9 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Ergamaan Waaqayyoo dingata isaan dura dhaabatee, ifni surraa gooftichaas naannoo isaaniitti ibse; kana irratti isaan na'anii, guddaa sodaatan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Ergamaan Gooftaa isaanitti mulʼate; ulfinni Gooftaas naannoo isaaniitti ibse; isaanis akka malee sodaatan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ኤርገማን ጎፍታ እሳንት ሙልአቴ፤ ኡልፍን ጎፍታስ ናኖሳኒት እብሴ፤ እሳንስ አከ መሌ ሶዳተን። Sien die hoofstuk |