Luqaas 2:7 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 angafa ilma ishee deessee, lafa bultii kara-deemtuutii iddoo hin arganne waan turaniif, wayyaa itti martee, siree horiin keessaa nyaatu irra ciibsite. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Isheenis ilma ishee isa hangafa deesse. Waan mana bultii keessummootaa keessa iddoon hin jiraatiniif huccuudhaan martee bidiruu keessa isa ciibsite. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 እሼንስ እልመሼ እሰ ሀንገፈ ዴሴ። ዋን መነ ቡልቲ ኬሱሞታ ኬሰ እዶን ህንጅራትኒፍ ሁጩዻን መርቴ ብድሩ ኬሰ እሰ ጪብስቴ። Sien die hoofstuk |