Luqaas 2:5 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Kaadhima isaa Maariyaamii wajjin caafamuudhaaf dhaqe; isheen immoo ulfa turte*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Innis kaadhima isaa Maariyaam ishee ulfa turte sana wajjin galmeeffamuu dhaqe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እንስ ካዽመሳ ማርያም እሼ ኡልፈ ቱርቴ ሰነ ወጅን ገልሜፈሙ ዸቄ። Sien die hoofstuk |