Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 2:46 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

46 Guyyaa sadii booddee immoo mucicha mana qulqullummaa keessa, barsiisota gidduu taa'ee isaan utuu dhaggeeffatuu gaaffiis utuu isaan gaafatuu, argatan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

46 Guyyaa sadii booddee utuu inni barsiistota gidduu taaʼee isaan dhaggeeffatuu, gaaffiis isaan gaafatuu mana qulqullummaa keessatti isa argatan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

46 ጉያ ሰዲ ቦዴ ኡቱ እን በርሲስቶተ ግዱ ታኤ እሳን ዸጌፈቱ፣ ጋፊስ እሳን ጋፈቱ መነ ቁልቁሉማ ኬሰት እሰ አርገተን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 2:46

Volg ons:

Advertensies


Advertensies