Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 2:43 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

43 Ayyaanichi erga darbee gara mana isaaniitti yommuu deebi'anitti, mucichi Yesus Yerusaalemitti hafe; abbaan isaa fi haati isaa garuu akka inni biraa hafe hin beekne.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

43 Erga ayyaanichi raawwatee booddee utuu abbaa fi haati isaa gara mana isaaniitti deebiʼaa jiranuu, Yesuus mucichi Yerusaalemitti isaan biraa hafe; isaan garuu waan kana hin hubanne.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

43 ኤርገ አያንች ራወቴ ቦዴ ኡቱ አባፊ ሃትሳ ገረ መነሳኒት ዴብኣ ጅረኑ፣ ዬሱስ ሙጭች ዬሩሳሌምት እሳን ብራ ሀፌ፤ እሳን ገሩ ዋን ከነ ህንሁበትኔ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 2:43

Volg ons:

Advertensies


Advertensies