Luqaas 2:42 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo42 Mucichi waggaa kudha lama yeroo guutetti, akkuma amala isaanii ayyaanichaaf ol ba'an. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa42 Yommuu umuriin mucaa sanaa waggaa kudha lama guutettis akkuma sirna Ayyaanichaatti Yerusaalemitti ol baʼan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ42 ዮሙ ኡሙሪን ሙጫ ሰና ወጋ ኩዸ ለመ ጉቴትስ አኩመ ስርነ አያንቻት ዬሩሳሌምት ኦል በአን። Sien die hoofstuk |