Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 2:4 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

4 Yoseef sanyii mooticha Daawit keessaa waan tureef, Galiilaadhaa mandara Naazireetii ba'ee, Yihudaa keessaa Betlihem mandara Daawit ga'e*.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

4 Yoosefis manaa fi sanyii Daawit keessaa waan dhalateef magaalaa Naazreeti ishee Galiilaa keessaatii kaʼee gara magaalaa Daawit ishee Yihuudaa keessaa kan Beetlihem jedhamtuutti ol baʼe.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

4 ዮሴፍስ መናፊ ሰኚ ዳዊት ኬሳ ዋን ዸለቴፍ መጋላ ናዝሬት እሼ ገሊላ ኬሳቲ ከኤ ገረ መጋላ ዳዊት እሼ ይሁዳ ኬሳ ከን ቤትልሄም ጄዸምቱት ኦል በኤ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 2:4

Volg ons:

Advertensies


Advertensies