Luqaas 2:37 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo37 Abbaan manaa ishee irraa duunaan, hamma yeroo barri ishee waggaa saddeettamii afur guute sanatti haadha hiyyeessaa taatee jiraatte; yeroo yerootti soomaa, halkanii fi guyyaa kadhachaa, mana qulqullummaa keessaa utuu hin dhabamin Waaqayyoof sagadaa in hojjetti turte*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa37 isheenis hamma umuriin ishee waggaa 84 guuteetti haadha hiyyeessaa taatee jiraatte. Utuu mana qulqullummaatii hin dhabaminis soomaa fi kadhannaadhaan halkanii guyyaa waaqeffachaa turte. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ37 እሼንስ ሀመ ኡሙሪንሼ ወጋ 84 ጉቴት ሃዸ ህዬሳ ታቴ ጅራቴ። ኡቱ መነ ቁልቁሉማቲ ህንዸበምንስ ሶማፊ ከዸትናዻን ሀልከኒ ጉያ ዋቄፈቻ ቱርቴ። Sien die hoofstuk |