Luqaas 2:27 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Amma immoo hafuura qulqulluudhaan geggeeffamee mana qulqullummaatti ol gale; Maariyaamii fi Yoseef akka seeraatti isaaf raawwachuudhaaf mucicha Yesusin mana qulqullummaatti ol galchan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Innis Hafuuraan qajeelfamee mana qulqullummaa seene. Abbaa fi haati Yesuus yommuu akka duudhaa seerichaatti waan barbaachisu isaaf guutuuf jedhanii Yesuus mucicha baadhatanii ol seenanitti, Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 እንስ ሀፉራን ቀጄልፈሜ መነ ቁልቁሉማ ሴኔ። አባፊ ሃት ዬሱስ ዮሙ አከ ዱዻ ሴርቻት ዋን በርባችሱ እሳፍ ጉቱፍ ጄዸኒ ዬሱስ ሙጭቸ ባዸተኒ ኦል ሴነንት፣ Sien die hoofstuk |