Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 2:25 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

25 Bara sanatti namni maqaan isaa Simi'oon jedhamu tokko Yerusaalem ture; namni kun abboommii Waaqayyoo kan eege, Waaqayyoon sodaachaa kan jiraate, fayyina isa Israa'eliif dhufu kan eeggatu ture; hafuurri qulqulluunis isa irra boqotee ture.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

25 Kunoo, namichi qajeelaan Waaqa sodaatu kan maqaan isaa Simiʼoon jedhamu tokko Yerusaalem keessa ture. Innis jajjabeeffama Israaʼel eeggachaa ture; Hafuurri Qulqulluunis isa irra ture.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

25 ኩኖ፣ ነምች ቀጄላን ዋቀ ሶዳቱ ከን መቃንሳ ስሞን ጄዸሙ ቶኮ ዬሩሳሌም ኬሰ ቱሬ። እንስ ጀጀቤፈመ እስራኤል ኤገቻ ቱሬ፤ ሀፉር ቁልቁሉንስ እሰረ ቱሬ።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 2:25

Volg ons:

Advertensies


Advertensies