Luqaas 2:24 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Kana malees immoo akka seera gooftichaatti aarsaadhaaf, ?Gugee horaa lama yookiis gugee sosookkee lama? dhi'eessuuf, isa fidan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Isaanis akkuma Seerri Gooftaa jedhutti, “Gugee lama yookaan gugee sosookkee lama” aarsaa dhiʼeessuu dhaqan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 እሳንስ አኩመ ሴር ጎፍታ ጄዹት፣ “ጉጌ ለመ ዮካን ጉጌ ሶሶኬ ለመ” ኣርሳ ዽኤሱ ዸቀን። Sien die hoofstuk |