Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Luqaas 2:22 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

22 Akka seera Museen abboometti yeroon qullaa'ummaa isaanii geenyaan, Waaqayyo gooftaa duratti isa dhi'eessuudhaaf, mucicha gara Yerusaalemitti fidan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

22 Akka Seera Museetti yeroon qulqullaaʼummaa isaanii geenyaan Yoosefii fi Maariyaam daaʼima sana Gooftaa duratti dhiʼeessuuf jedhanii isa fudhatanii Yerusaalemitti ol baʼan.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

22 አከ ሴረ ሙሴት ዬሮን ቁልቁላኡማሳኒ ጌኛን ዮሴፊፊ ማርያም ዳእመ ሰነ ጎፍታ ዱረት ዽኤሱፍ ጄዸኒ እሰ ፉዸተኒ ዬሩሳሌምት ኦል በአን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Luqaas 2:22

Volg ons:

Advertensies


Advertensies