Luqaas 2:21 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Guyyaan saddeettaffaan erga darbee mucicha dhagna qabuun in ga'e; akkuma ergamaan Waaqayyoo utuu isheen hin ulfaa'in dura, haadha isaatti himee turetti maqaa isaa ?Yesus? jedhan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Innis guyyaa saddeettaffaatti, akkuma yeroon dhagna qabaa isaa gaʼeen maqaa utuu haati isaa iyyuu isa hin ulfaaʼiniin dura ergamaan Waaqaa isaaf baaseen Yesuus jedhamee moggaafame. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 እንስ ጉያ ሰዴተፋት፣ አኩመ ዬሮን ዸግነ ቀባሳ ገኤን መቃ ኡቱ ሃትሳዩ እሰ ህንኡልፋእኒን ዱረ ኤርገማን ዋቀዮ እሳፍ ባሴን ዬሱስ ጄዸሜ ሞጋፈሜ። Sien die hoofstuk |