Luqaas 2:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Caafamuun namaa kun isa jalqabaa ture; innis bara Qereenewos Soriyaatti abbaa biyyaa turetti ta'e*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Lakkoobsi sabaa kunis bara Qereenewoos bulchaa biyya Sooriyaa turetti yeroo jalqabaatiif taasifame. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 ለኮብስ ሰባ ኩንስ በረ ቄሬኔዎስ ቡልቻ ብየ ሶርያ ቱሬት ዬሮ ጀልቀባቲፍ ታስፈሜ። Sien die hoofstuk |