Luqaas 2:15 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Ergamoonni Waaqayyoo isaan biraa deebi'anii gara waaqaatti erga ol ba'anii tiksoonni, ?Kottaa Betlihem in dhaqna, dubbii achitti ta'e, Waaqayyo nutti beeksise kanas in ilaalla? waliin jedhan. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Erga Ergamoonni tiksoota dhiisanii gara samiitti ol baʼanii booddee tiksoonni sun, “Kottaa Beetlihemin dhaqnee waan taʼe kan Gooftaan nutti hime kana ilaalaa” waliin jedhan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ኤርገ ኤርገሞትን ትክሶተ ዺሰኒ ገረ ሰሚት ኦል በአኒ ቦዴ ትክሶትን ሱን፣ “ኮታ ቤትልሄምን ዸቅኔ ዋን ተኤ ከን ጎፍታን ኑት ህሜ ከነ እላላ” ወሊን ጄዸን። Sien die hoofstuk |