Luqaas 2:14 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Isaan immoo, ?Hooqubaan Waaqayyoof waaqa gubbaatti, nagaanis namoota Waaqayyo itti gammaduuf, lafa irratti? jedhanii Waaqayyoon in faarfatu turan*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 “Samii gubbaatti ulfinni Waaqaaf, lafa irrattis nagaan namoota inni itti gammaduuf haa taʼu.” Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 “ሰሚ ጉባት ኡልፍን ዋቃፍ፣ ለፈረትስ ነጋን ነሞተ እን እት ገመዱፍ ሃተኡ።” Sien die hoofstuk |