Luqaas 2:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Ergamichi garuu, ?Hin sodaatinaa! Kunoo ani misraachoo gammachuu guddaa isinittan hima'o, kunis saba hundumaaf kan ta'uu dha. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Ergamaan sun garuu akkana isaaniin jedhe; “Hin sodaatinaa. Kunoo, ani oduu gaarii baayʼee nama gammachiisu kan saba hundumaaf taʼu isinii fideeraatii. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ኤርገማን ሱን ገሩ አከነ እሳኒን ጄዼ፤ “ህንሶዳትና። ኩኖ፣ አን ኦዱ ጋሪ ባይኤ ነመ ገመቺሱ ከን ሰበ ሁንዱማፍ ተኡ እስኒ ፍዴራቲ። Sien die hoofstuk |