Luqaas 1:80 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo80 Mucichi guddachaa, hubachaas in adeema ture; hamma guyyaa mul'inatti hojii isaa saba Israa'el keessatti jalqabettis, lafa onaa keessa in jiraata ture*. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa80 Mucichis guddatee hafuuraan jabaachaa deeme; hamma guyyaa saba Israaʼelitti mulʼateettis gammoojjii keessa jiraate. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ80 ሙጭችስ ጉደቴ ሀፉራን ጀባቻ ዴሜ፤ ሀመ ጉያ ሰበ እስራኤልት ሙልአቴትስ ገሞጂ ኬሰ ጅራቴ። Sien die hoofstuk |