Luqaas 1:78 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo78 Waaqayyo keenya, araara isaa isa oo'aan guuteen, barii fayyinaa nuuf bariisisa*; Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa78 sababii araara Waaqa keenyaa kan gara laafinaan guutame kan bariin fayyinaa samii irraa ittiin nuu bariʼuu, Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ78 ሰበቢ አራረ ዋቀኬኛ ከን ገረ ላፍናን ጉተሜ ከን በሪን ፈይና ሰሚራ እቲን ኑ በርኡ፣ Sien die hoofstuk |